LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 29:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sooromnii fi ulfinni si biraa argama;+ atis wanta hundumaa irratti ni bulchita;+ aangoonii+ fi guddinni+ harka kee irra jira; harki kee guddaa gochuu+ fi hundumaatiif jabina kennuu ni dandaʼa.+

  • Isaayyaas 40:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kunoo, saboonni akkuma copha hubboo keessaa cophuu ti,

      Akkuma awwaara madaallii irra jiruuttis ni ilaalamu.+

      Kunoo, inni odolawwan akkuma awwaaraatti ol ni kaasa.

  • Isaayyaas 40:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Saboonni hundi isa duratti akkuma wanta hin jirreetti ilaalamu;+

      Inni homaatti iyyuu isaan hin lakkaaʼu, akka waan gatii hin qabneetti isaan ilaala.+

  • Daaniʼel 4:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Jiraattonni lafaa hundi homaatti iyyuu hin lakkaaʼaman; inni raayyaa samii fi jiraattota lafaa gidduutti akkuma fedhii isaatti ni hojjeta. Isa* dhowwuus taʼe, ‘Maal gochuu kee ti?’+ isaan jechuu kan dandaʼu hin jiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi