LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 ‘Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ati guddina kee fi irree kee isa jabaa ana tajaajilaa keetti argisiisuu jalqabdeetta;+ samii irrattis taʼe lafa irratti waaqni akka kee wantoota guguddaa akkanaa raawwatu eenyu?+

  • Efesoon 1:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 akkasumas humni guddaan inni nu warra amanneef kenne hunda irra kan caalu akka taʼe akka beektaniifi.+ Humni kun hojii jabinni isaa inni guddaan raawwateen mulʼateera;

  • Mulʼata 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan:

      “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi