Baʼuu 15:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+ Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+ Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+ Faarfannaa 111:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Hojiin Yihowaa guddaa dha;+ד [Daalet]Namoonni itti gammadan hundi isa ni qoʼatu.+ Faarfannaa 139:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Karaa dinqisiisaa taʼeen tolfamuun+ koo sodaadhaan waan na guutuuf sin jajadha. Hojiiwwan kee dinqisiisoo dha,+Kana akka gaariittan beeka.
11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+ Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+ Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+
14 Karaa dinqisiisaa taʼeen tolfamuun+ koo sodaadhaan waan na guutuuf sin jajadha. Hojiiwwan kee dinqisiisoo dha,+Kana akka gaariittan beeka.