LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 98:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 98 Wantoota dinqisiisoo waan raawwateef,+

      Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa.+

      Harki isaa inni mirgaa, irreen isaa inni qulqulluun fayyina argamsiiseera.*+

  • Faarfannaa 139:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Karaa dinqisiisaa taʼeen tolfamuun+ koo sodaadhaan waan na guutuuf sin jajadha.

      Hojiiwwan kee dinqisiisoo dha,+

      Kana akka gaariittan beeka.

  • Mulʼata 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan:

      “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi