2 Seenaa Baraa 16:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Eeyyee, warra garaan isaanii isa biratti guutuu taʼeef*+ jabina isaa argisiisuuf,* ijji Yihowaa xiyyeeffannaadhaan guutummaa lafaa ni ilaala.+ Ati gama kanaan gocha gowwummaa raawwatteetta; ammaa jalqabee waraanni si irratti ni banama.”+ Faarfannaa 18:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Waaqni dhugaan isa jabina natti uwwisu dha,+Inni daandii koo wal naaf qixxeessa.+ Isaayyaas 40:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Inni isa dadhabeef humna,Warra cimina* hin qabneefis jabina guutuu ni kenna.+
9 Eeyyee, warra garaan isaanii isa biratti guutuu taʼeef*+ jabina isaa argisiisuuf,* ijji Yihowaa xiyyeeffannaadhaan guutummaa lafaa ni ilaala.+ Ati gama kanaan gocha gowwummaa raawwatteetta; ammaa jalqabee waraanni si irratti ni banama.”+