Zakkaariyaas 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Guyyaa hojicha keessaa xinnoon qofti hojjetamuu itti jalqabe* kan tuffate eenyu?+ Isaan harka Zarubaabel keessatti tumbii* yommuu argan ni gammadu. Isaan kun torban ijawwan Yihowaa guutummaa lafaa irra naannaʼani dha.”+
10 Guyyaa hojicha keessaa xinnoon qofti hojjetamuu itti jalqabe* kan tuffate eenyu?+ Isaan harka Zarubaabel keessatti tumbii* yommuu argan ni gammadu. Isaan kun torban ijawwan Yihowaa guutummaa lafaa irra naannaʼani dha.”+