LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 16:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Eeyyee, warra garaan isaanii isa biratti guutuu taʼeef*+ jabina isaa argisiisuuf,* ijji Yihowaa xiyyeeffannaadhaan guutummaa lafaa ni ilaala.+ Ati gama kanaan gocha gowwummaa raawwatteetta; ammaa jalqabee waraanni si irratti ni banama.”+

  • Fakkeenya 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Ijji Yihowaa bakka hundumaa jira,

      Namoota hamoos namoota gaariis ni ilaala.+

  • Ermiyaas 16:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Sababiin isaas, ijji koo wanta isaan raawwatan hundumaa ni arga.*

      Isaan na duraa hin dhokanne,

      Balleessaan isaaniis ija koo duraa hin dhokanne.

  • Mulʼata 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Teessoo sana gidduu, uumamawwan jiraatoo arfan sana gidduu fi jaarsolii sana gidduu+ hoolaan+ kan qalame+ fakkaatu tokko dhaabbatee nan arge; inni gaanfa torbaa fi ija torba qaba ture; ijawwan kun hafuurota Waaqayyoo warra gara guutummaa lafaatti ergaman torba+ argisiisu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi