2 Seenaa Baraa 16:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Eeyyee, warra garaan isaanii isa biratti guutuu taʼeef*+ jabina isaa argisiisuuf,* ijji Yihowaa xiyyeeffannaadhaan guutummaa lafaa ni ilaala.+ Ati gama kanaan gocha gowwummaa raawwatteetta; ammaa jalqabee waraanni si irratti ni banama.”+ Faarfannaa 11:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yihowaan mana qulqullummaa isaa isa qulqulluu keessa jira.+ Teessoon Yihowaa samiiwwan keessa jira.+ Ijji isaa ni ilaala; ijji isaa inni dammaqinaan argus* ilmaan namootaa ni qora.+ Ibroota 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+
9 Eeyyee, warra garaan isaanii isa biratti guutuu taʼeef*+ jabina isaa argisiisuuf,* ijji Yihowaa xiyyeeffannaadhaan guutummaa lafaa ni ilaala.+ Ati gama kanaan gocha gowwummaa raawwatteetta; ammaa jalqabee waraanni si irratti ni banama.”+
4 Yihowaan mana qulqullummaa isaa isa qulqulluu keessa jira.+ Teessoon Yihowaa samiiwwan keessa jira.+ Ijji isaa ni ilaala; ijji isaa inni dammaqinaan argus* ilmaan namootaa ni qora.+
13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+