-
Roomaa 2:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kun, akka misiraachoo ani lallabuutti guyyaa Waaqayyo karaa Kiristoos Yesuus wantoota namoonni dhoksaatti hojjetan irratti murteessu+ sanatti ni raawwatama.
-
-
Roomaa 14:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Kanaafuu, tokkoon tokkoon keenya waaʼee ofii keenyaa Waaqayyoof deebii ni kennina.+
-