LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lallaba 12:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Sababiin isaas, Waaqni dhugaan gaariis taʼe hamaa wanta dhokate hundumaa dabalatee, gocha hundumaa irratti murtii ni kenna.+

  • Maatewos 12:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Ani isinitti nan hima, namoonni dubbii gatii hin qabne dubbatan hundumaatiif Guyyaa Murtiitti itti gaafatamu;+

  • 2 Qorontos 5:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Sababiin isaas, tokkoon tokkoon namaa gaariis taʼe gadhee wanta yeroo qaamaan jirutti raawwateef akkuma hojii isaatti gatii isaa akka argatuuf, hundi keenya barcuma murtii Kiristoos duratti dhihaachuu* qabna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi