LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 11:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yesuusis akkana ishiidhaan jedhe: “Duʼaa kaʼuu fi jireenyi ana.+ Namni anatti amanu yoo duʼe illee deebiʼee ni jiraata;

  • Hojii Ergamootaa 2:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Haa taʼu malee, duuti qabee isa hambisuu waan hin dandeenyeef,+ Waaqayyo aangoo* duʼaa jalaa isa gadhiisisee duʼaa isa kaase.+

  • Hojii Ergamootaa 13:32, 33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 “Kanaafuu, nuti misiraachoo waaʼee abdii abbootii keenyaaf galame sanaa dubbatu isiniif labsaa jirra. 33 Waaqayyo Yesuusiin duʼaa kaasee+ abdii kana nu warra ijoollee isaanii taaneef guutummaatti raawwateera; kunis faarfannaa isa lammaffaa irratti, ‘Ati ilma koo ti; ani harʼa si dhalcheera’+ jedhamee barreeffameera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi