LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 96:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Inni waan dhufuuf* Yihowaa duratti haa ililchan,

      Inni lafatti murteessuuf ni dhufa.

      Inni addunyaa* irratti qajeelummaadhaan,

      Namoota irrattis amanamummaa isaatiin murtii ni kenna.+

  • Faarfannaa 98:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Inni lafa irratti murtii kennuuf waan dhufuuf* Yihowaa duratti haa ililchan.

      Inni addunyaa* irratti qajeelummaadhaan,

      Namoota irrattis haqaan murtii ni kenna.+

  • Yohaannis 5:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Sababiin isaas, Abbaan matumaa eenyutti iyyuu hin murteessu; kanaa mannaa, hundumaa irratti akka murteessuuf Ilmaaf aangoo kenneera;+

  • Hojii Ergamootaa 10:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Kana malees inni warra jiranii fi warra duʼanitti akka murteessuuf, Waaqayyo kan isa muude taʼuu isaa+ namootaaf akka lallabnuu fi guutummaatti dhugaa akka baanu nu ajaje.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi