LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 7:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Maaloo, gocha hamminaa hamoonni raawwatan dhaabsisi.

      Qajeelota garuu hundeessii dhaabi,+

      Sababiin isaas, ati Waaqa qajeelaa+ garaa namaa fi miira gad fagoo* qoru dha.+

  • Faarfannaa 90:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Balleessaa keenya of dura keessa;*+

      Iccitiin keenyas ifa fuula keetiitiin saaxilameera.+

  • Fakkeenya 15:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan Awwaalaa* fi iddoo badiisaa* guutummaatti ni arga.+

      Garaa namootaa immoo caalaatti ni arga!+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi