Ermiyaas 17:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani Yihowaan tokkoon tokkoon namaatiif akka daandii isaatti,Akka firii hojii isaattis kennuuf,+Garaa namaa nan ilaala,+Yaada keessa namaa jirus* nan qora. Ibroota 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+
10 Ani Yihowaan tokkoon tokkoon namaatiif akka daandii isaatti,Akka firii hojii isaattis kennuuf,+Garaa namaa nan ilaala,+Yaada keessa namaa jirus* nan qora.
13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+