LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 20:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 akkana jedhe:

      “Waaqa abbootii keenyaa kan taate yaa Yihowaa, ati samii keessatti Waaqa mitii?+ Mootummoota sabootaa hundumaa irrattis ol aantummaa qabda mitii?+ Aangoonii fi jabinni harka kee keessa jira; eenyu iyyuu si dura dhaabbachuu hin dandaʼu.+

  • Faarfannaa 103:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yihowaan samii keessatti teessoo isaa cimsee hundeesseera;+

      Mootummaan isaas wanta hundumaa irratti bulcha.+

  • Mulʼata 4:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kana booda yeruma sana hafuuraan humna nan argadhe; kunoo, teessoon tokko samii keessa jira ture, teessoo sana irra kan taaʼe tokkos jira ture.+ 3 Inni achi irra taaʼe sun bifti isaa akka dhagaa yaasphisii*+ fi akka dhagaa saardiyon* ture; guutummaa naannoo teessichaa sabbanni waaqaa imeraaldii fakkaatu jira ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi