-
Faarfannaa 145:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Mootummaan kee mootummaa bara baraa ti,
Bulchiinsi kee dhaloota hundumaa keessatti jabaatee dhaabbata.+
-
-
Daaniʼel 4:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Ati namoota gidduudhaa ni ariʼamta; bineensota bosonaa wajjinis ni jiraatta; akkuma qotiyyootti akka nyaattuuf margi siif ni kennama; fixeensi samii si jiisa;+ Inni Hundaa Olii mootummaa ilmaan namootaa irratti Bulchaa taʼuu isaa fi nama barbaade kamiif iyyuu akka isa kennu hamma beektutti+ barri torba+ si irratti ni darba.+
-