LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 16:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Eeyyee, warra garaan isaanii isa biratti guutuu taʼeef*+ jabina isaa argisiisuuf,* ijji Yihowaa xiyyeeffannaadhaan guutummaa lafaa ni ilaala.+ Ati gama kanaan gocha gowwummaa raawwatteetta; ammaa jalqabee waraanni si irratti ni banama.”+

  • Fakkeenya 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Ijji Yihowaa bakka hundumaa jira,

      Namoota hamoos namoota gaariis ni ilaala.+

  • Zakkaariyaas 4:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Guyyaa hojicha keessaa xinnoon qofti hojjetamuu itti jalqabe* kan tuffate eenyu?+ Isaan harka Zarubaabel keessatti tumbii* yommuu argan ni gammadu. Isaan kun torban ijawwan Yihowaa guutummaa lafaa irra naannaʼani dha.”+

  • Ibroota 4:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi