LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Ammas yeroo lammataatiif deemee, “Yaa Abbaa koo, xoofoon kun utuu ani hin dhugin darbuu hin dandaʼu taanaan, fedhiin kee haa raawwatamu”+ jedhee kadhate.

  • 1 Ximotewos 2:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 inni fedhiin isaa akaakuun namootaa hundi akka fayyanii+ fi beekumsa dhugaa isa sirrii akka argatani dha.

  • Mulʼata 4:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Yaa Waaqa keenya Yihowaa,* ati wantoota hundumaa waan uumteef,+ isaanis fedhii keetiin gara jireenyaatti waan dhufanii fi waan uumamaniif, ulfina,+ kabajaa fi humna+ fudhachuun siif ni mala.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi