Faarfannaa 148:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Maqaan isaa qofti matumaa kan bira hin gaʼamne waan taʼeef,Isaan maqaa Yihowaa haa jajatan.+ Ulfinni isaa lafaa fi samiidhaa oli.+ Ermiyaas 23:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “Namni bakka dhokataa ani itti isa arguu hin dandeenyetti dhokachuu dandaʼu jiraa?”+ jedha Yihowaan. “Ani samiiwwanii fi lafa guuteen jira mitii?”+ jedha Yihowaan.
13 Maqaan isaa qofti matumaa kan bira hin gaʼamne waan taʼeef,Isaan maqaa Yihowaa haa jajatan.+ Ulfinni isaa lafaa fi samiidhaa oli.+
24 “Namni bakka dhokataa ani itti isa arguu hin dandeenyetti dhokachuu dandaʼu jiraa?”+ jedha Yihowaan. “Ani samiiwwanii fi lafa guuteen jira mitii?”+ jedha Yihowaan.