- 
	                        
            
            Uumama 16:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Boodas maleekaan Yihowaa burqaa lafa onaa keessa jiru, jechuunis burqaa daandii gara Shuuritti+ geessu irra jiru tokko biratti ishii arge.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Uumama 16:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Achiis ishiin, “Ani amma isa na argu sana nan arge jechuu dhaa?” jechuudhaan, “Ati Waaqa wanta hundumaa argu dha”+ jettee maqaa Yihowaa isa ishiitti dubbachaa ture sanaa ni waammatte.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Amoos 9:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Awwaala* keessa qotanii yoo seenan,
Harki koo achi keessaa isaan ni baasa;
Gara samiiwwaniitti yoo ol baʼanis,
Ani achi irraa gad isaan nan buusa.
 
 -