Faarfannaa 145:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan guddaa fi hundumaa caalaa jajamuun kan isaaf malu dha;+Guddinni isaa qoramuu kan hin dandeenye* dha.+ 1 Ximotewos 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Mootii bara baraa+ isa hin badne,+ isa ijaan hin mulʼannee+ fi Waaqa tokkicha+ taʼeef kabajnii fi ulfinni baraa hamma bara baraatti haa taʼu. Ameen.
3 Yihowaan guddaa fi hundumaa caalaa jajamuun kan isaaf malu dha;+Guddinni isaa qoramuu kan hin dandeenye* dha.+
17 Mootii bara baraa+ isa hin badne,+ isa ijaan hin mulʼannee+ fi Waaqa tokkicha+ taʼeef kabajnii fi ulfinni baraa hamma bara baraatti haa taʼu. Ameen.