Baʼuu 37:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Achiis warqii qulqulluu irraa baattuu ibsaa+ ni tolche. Baattuu ibsaa kana warqii tumame irraa tolche. Jalli isaa, jirmi isaa, hammattuuwwan abaaboo isaa, dhukawwan isaa fi daraaraawwan isaa tokko taʼanii kan tolfaman turan.+ Baʼuu 37:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Achiis ibsaawwan isaa torban,+ qabduuwwan isaa fi qodaawwan ibiddaa isaa warqii qulqulluu irraa ni tolche.
17 Achiis warqii qulqulluu irraa baattuu ibsaa+ ni tolche. Baattuu ibsaa kana warqii tumame irraa tolche. Jalli isaa, jirmi isaa, hammattuuwwan abaaboo isaa, dhukawwan isaa fi daraaraawwan isaa tokko taʼanii kan tolfaman turan.+
23 Achiis ibsaawwan isaa torban,+ qabduuwwan isaa fi qodaawwan ibiddaa isaa warqii qulqulluu irraa ni tolche.