Baʼuu 35:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Geggeessitoonnis dhagoota oniiksii fi dhagoota kaan warra efuudii fi kiisii qomaa+ irratti maxxanfaman, 28 akkasumas baalsaamii, zayitii ibsaadhaaf oolu, zayitii dibataaf+ ooluu fi zayitii ixaana urgaaʼuuf+ oolu ni fidan.
27 Geggeessitoonnis dhagoota oniiksii fi dhagoota kaan warra efuudii fi kiisii qomaa+ irratti maxxanfaman, 28 akkasumas baalsaamii, zayitii ibsaadhaaf oolu, zayitii dibataaf+ ooluu fi zayitii ixaana urgaaʼuuf+ oolu ni fidan.