LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 28:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Namni xilfii dhaʼu kiisii qomaa murtii Waaqayyoo beekuuf gargaaru akka tolchu godhi.+ Kiisiin qomaa kun akkuma efuudichaa warqii, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame irraa haa tolfamu.+

  • Baʼuu 28:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kiisiin qomaa sun iddoo isaatii akka hin sochooneef, amartiiwwan isaa amartiiwwan efuudichaatti funyoo bifa cuquliisaatiin haa hidhaman. Kunis kiisiin qomaa sun sabbata dhaʼamee olitti efuudichatti maxxanee iddoo isaatii akka hin sochoone godha.

  • Baʼuu 39:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis kiisii qomaatti marsanii funcaa funyoo warqii qulqulluu irraa foʼame fakkaatu ni tolchan.+

  • Baʼuu 39:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Dhuma irrattis akkuma Yihowaan Musee ajajetti, kiisiin qomaa sun sabbata dhaʼamee olitti efuudichatti maxxanee iddoo isaatii akka hin sochooneef, amartiiwwan isaa amartiiwwan efuudichaatti funyoo bifa cuquliisaatiin ni hidhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi