-
Baʼuu 36:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Sana booda foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame walitti dhaʼuudhaan balbala dunkaanichaatiif golgaa tokko ni hojjete;+
-