Baʼuu 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Bara sanatti, Museen gaʼeessa* erga taʼee booda baʼaa isaan baatan+ ilaaluuf gara obboloota isaatti gad baʼe; yeroo kanatti Museen namichi Gibxii tokko Ibricha isa obboloota isaa keessaa tokko taʼe yommuu rukutu arge.
11 Bara sanatti, Museen gaʼeessa* erga taʼee booda baʼaa isaan baatan+ ilaaluuf gara obboloota isaatti gad baʼe; yeroo kanatti Museen namichi Gibxii tokko Ibricha isa obboloota isaa keessaa tokko taʼe yommuu rukutu arge.