LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 5:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Kana booda uummatichi xuubii yeroo hojjetutti cidii hin kenninaafii.+ Ofuma isaaniitiin deemanii cidii haa sassaabbatan. 8 Haa taʼu malee, xuubii hammuma duraan dhiheessaa turan akka dhiheessan isaan dirqisiisuu qabdu. Dhibaaʼaa waan jiraniif,* baayʼina isaa isaaniif hin hirʼisinaa. Isaan, ‘Deemuu barbaanna; Waaqa keenyaaf aarsaa dhiheessuu barbaanna!’ jedhanii iyyaa kan jiran kanaafi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi