-
Leewwota 8:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Achiis Museen zayitii dibataa+ sanaa fi dhiiga iddoo aarsaa irra jiru sana irraa muraasa fuudhee Aaronii fi uffata isaa irratti, akkasumas ilmaan isaa fi uffata ilmaan isaa warra isaa wajjin turan irratti ni facaase. Akka kanaan Aaronii fi uffata isaa, akkasumas ilmaan isaa+ fi uffata isaanii ni qulqulleesse.+
-