Lakkoofsa 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Museen guyyaa godoo qulqulluu sana dhaabee xumuretti,+ miʼawwan isaa hundumaa, iddoo aarsaa, miʼawwan iddoo aarsaa hundumaa+ fi godoo qulqulluu sana ni dibe,+ akkasumas ni qulqulleesse. Wantoota kana yommuu dibee fi yommuu qulqulleessetti,+ Lakkoofsa 9:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Guyyaa godoo qulqulluun sun dhaabametti,+ duumessi godoo qulqulluu sana, jechuunis dunkaana Dhugaa Baatuu sana ni uwwise; haa taʼu malee, wanti ibidda fakkaatu galgalaa jalqabee hamma ganamaatti godoo qulqulluu sana irratti ni mulʼate.+
7 Museen guyyaa godoo qulqulluu sana dhaabee xumuretti,+ miʼawwan isaa hundumaa, iddoo aarsaa, miʼawwan iddoo aarsaa hundumaa+ fi godoo qulqulluu sana ni dibe,+ akkasumas ni qulqulleesse. Wantoota kana yommuu dibee fi yommuu qulqulleessetti,+
15 Guyyaa godoo qulqulluun sun dhaabametti,+ duumessi godoo qulqulluu sana, jechuunis dunkaana Dhugaa Baatuu sana ni uwwise; haa taʼu malee, wanti ibidda fakkaatu galgalaa jalqabee hamma ganamaatti godoo qulqulluu sana irratti ni mulʼate.+