-
Baʼuu 40:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Jiʼa jalqabaa keessaa guyyaa isa jalqabaatti godoo qulqulluu, jechuunis dunkaana walgaʼii ni dhaabda.+
-
-
Baʼuu 40:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Waggaa lammaffaatti, waggicha keessaa jiʼa isa jalqabaatti, jiʼicha keessaas guyyaa isa jalqabaatti godoon qulqulluun sun ni dhaabame.+
-