Baʼuu 37:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis muka laaftoo irraa minjaala ni tolche.+ Minjaalichi dheerinni isaa dhundhuma lama, dalgi isaa dhundhuma tokko, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma tokkoo fi walakkaa ture.+ Ibroota 9:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kutaan dunkaanichaa inni jalqabaa ijaaramee ture; isa keessas baattuun ibsaa,+ minjaallii fi daabboon Waaqayyo duratti dhihaatu*+ jira ture; inni Iddoo Qulqulluu+ jedhama.
10 Achiis muka laaftoo irraa minjaala ni tolche.+ Minjaalichi dheerinni isaa dhundhuma lama, dalgi isaa dhundhuma tokko, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma tokkoo fi walakkaa ture.+
2 Kutaan dunkaanichaa inni jalqabaa ijaaramee ture; isa keessas baattuun ibsaa,+ minjaallii fi daabboon Waaqayyo duratti dhihaatu*+ jira ture; inni Iddoo Qulqulluu+ jedhama.