LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Guyyaa godoo qulqulluun sun dhaabametti,+ duumessi godoo qulqulluu sana, jechuunis dunkaana Dhugaa Baatuu sana ni uwwise; haa taʼu malee, wanti ibidda fakkaatu galgalaa jalqabee hamma ganamaatti godoo qulqulluu sana irratti ni mulʼate.+

  • Mulʼata 15:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Ulfina Waaqayyoo+ fi humna isaatiin kan kaʼe iddoon qulqulluun sun aaraan guutame; hamma dhaʼichawwan torban+ maleekota torban sanaa xumuramanitti eenyu iyyuu iddoo qulqulluu sanatti seenuu hin dandeenye.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi