LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 15:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Guyyaa sanatti Yihowaan akkana jedhee Abraamii wajjin kakuu gale:+ “Ani laga Gibxiitii jalqabee hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti,+ biyya kana sanyii keetiif nan kenna;+

  • Uumama 26:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Akka nama biyya ormaa taʼiitii biyya kana keessa jiraadhu;+ biyyoota kana hundumaa sii fi sanyii keetiif waanan kennuuf,+ ani sii wajjin nan taʼa, sin eebbisas; kakaa ani akkana jedhee abbaa kee Abrahaamiif kakadhes nan raawwadha:+

  • Uumama 35:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Biyyan Abrahaamii fi Yisihaaqiif kenne sana siif nan kenna; sanyiiwwan kee warra si booda dhufaniifis biyyattii nan kenna.”+

  • Baʼuu 32:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Tajaajiltoota kee Abrahaam, Yisihaaqii fi Israaʼel warra, ‘Ani sanyii keessan akka urjiilee samiitti nan baayʼisa;+ isaan dhaala dhaabbataa godhanii akka isa qabataniifis biyya ani sanyii keessaniif ramade kana hundumaa isaaniif nan kenna’ jettee ofiin isaaniif kakatte sana yaadadhu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi