-
Uumama 9:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Kana malees, ani qaama dhiiga lubbuu keessanii dhangalaasu kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha. Uumama jiraataa kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha; akkasumas nama kam iyyuu lubbuu obboleessa isaatiif itti gaafatamaa nan godha.+ 6 Waaqayyo akka bifa isaatti nama waan tolcheef,+ nama dhiiga namaa dhangalaasu kam iyyuu namni kan biraan dhiiga isaa ni dhangalaasa.+
-