-
Baʼuu 3:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Taʼus, mootiin Gibxii harki jabaan yoo isa dirqisiise malee, akka deemtan kan isiniif hin heyyamne taʼuu isaa ani iyyuu akka gaariitti nan beeka.+
-