LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 8:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis Faraʼoon Musee fi Aaroniin waamee, “Yihowaadhaaf aarsaa akka dhiheessaniif sabicha gadhiisuu waanan barbaaduuf, raachawwan sana anaa fi saba koo irraa akka balleessuuf Yihowaa naaf kadhadhaa”+ isaaniin jedhe.

  • Baʼuu 9:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kakawweenii fi cabbiin Waaqayyoo akka dhaabbatuuf Yihowaa kadhadhaa. Anis isin nan gadhiisa; isin sana booda as hin turtan.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi