-
Baʼuu 9:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Museenis magaalattii keessaa Faraʼoon biraa baʼee harka isaa Yihowaa duratti diriirse; kakawwee fi cabbichi ni dhaabbate; bokkaanis lafa irratti roobuu isaa ni dhiise.+
-