-
Baʼuu 10:17-19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Amma maaloo, cubbuu koo kana qofa naaf dhiisaa; dhaʼicha duʼa fidu kana qofa akka ana irraa balleessuufis Waaqa keessan Yihowaa naaf kadhadhaa.” 18 Kanaafuu, inni* Faraʼoon biraa baʼee Yihowaa kadhate.+ 19 Achiis Yihowaan bubbeen sun kallattii isaa akka jijjiiru godhe; bubbeen sunis gara bubbee dhihaa baayʼee cimaa taʼetti jijjiiramee awwaannisa sana oofee gara Galaana Diimaatti geesse. Guutummaa naannoo biyya Gibxii keessattis awwaannisni tokko illee hin hafne.
-