-
Baʼuu 8:30, 31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Museenis Faraʼoon biraa ni baʼe; achiis Yihowaa kadhate.+ 31 Kanaafuu, Yihowaan akkuma Museen jedhe godhe; qarxaasaawwan sunis Faraʼoon irraa, tajaajiltoota isaa fi saba isaa irraa ni deeman. Qarxaasaan tokko illee hin hafne.
-