-
Baʼuu 10:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Museen garuu akkana isaan jedhe: “Aarsaawwanii fi aarsaawwan gubamanis sumatu nuuf qopheessa;* nutis Waaqa keenya Yihowaadhaaf isaan ni dhiheessina.+ 26 Horiiwwan keenyas nuu wajjin ni deemu. Horiiwwan keenya keessaa tokko tokko Waaqa keenya Yihowaa waaqeffachuuf waan itti fayyadamnuuf, akkasumas hamma achi geenyutti Yihowaa waaqeffachuuf maal akka dhiheessinu waan hin beekneef, horii* tokko illee asitti dhiisuu hin dandeenyu.”
-