LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 3:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Isaan dhugumaan sagalee kee ni dhagaʼu;+ atii fi jaarsoliin Israaʼelis gara mootii Gibxii dhaqxanii, ‘Waaqa Ibrootaa kan taʼe Yihowaan+ nutti dubbatee ture. Kanaafuu maaloo, Waaqa keenya Yihowaadhaaf aarsaa akka dhiheessinuuf, adeemsa guyyaa sadii deemnee gara lafa onaa akka dhaqnu nuuf heyyami’ isaan jettu.+

  • Baʼuu 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isaan garuu, “Waaqni Ibrootaa nutti dubbatee ture. Maaloo, gara lafa onaatti adeemsa guyyaa sadii deemnee Waaqa keenya Yihowaadhaaf aarsaa dhiheessuu barbaanna;+ taʼuu baannaan garuu, inni dhukkubaan yookiin goraadeedhaan nu fixa” isaan jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi