Baʼuu 4:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Yeroo kanatti uummatichi ni amane.+ Isaan, Yihowaan xiyyeeffannaa isaa gara Israaʼelotaatti akka deebisee+ fi dhiphina isaanii akka arge+ yommuu dhagaʼan, lafatti gombifamanii sagadan.
31 Yeroo kanatti uummatichi ni amane.+ Isaan, Yihowaan xiyyeeffannaa isaa gara Israaʼelotaatti akka deebisee+ fi dhiphina isaanii akka arge+ yommuu dhagaʼan, lafatti gombifamanii sagadan.