LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isaan garuu, “Waaqni Ibrootaa nutti dubbatee ture. Maaloo, gara lafa onaatti adeemsa guyyaa sadii deemnee Waaqa keenya Yihowaadhaaf aarsaa dhiheessuu barbaanna;+ taʼuu baannaan garuu, inni dhukkubaan yookiin goraadeedhaan nu fixa” isaan jedhan.

  • Baʼuu 10:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Museen garuu akkana isaan jedhe: “Aarsaawwanii fi aarsaawwan gubamanis sumatu nuuf qopheessa;* nutis Waaqa keenya Yihowaadhaaf isaan ni dhiheessina.+ 26 Horiiwwan keenyas nuu wajjin ni deemu. Horiiwwan keenya keessaa tokko tokko Waaqa keenya Yihowaa waaqeffachuuf waan itti fayyadamnuuf, akkasumas hamma achi geenyutti Yihowaa waaqeffachuuf maal akka dhiheessinu waan hin beekneef, horii* tokko illee asitti dhiisuu hin dandeenyu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi