-
Baʼuu 10:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Isaan lafattii ni uwwisu; lafattii arguunis hin dandaʼamu. Isa cabbii irraa isiniif hafe nyaatanii fixu; mukeetii keessan warra dirree keessatti biqilan hundumaas ni nyaatu.+
-
-
Faarfannaa 105:34, 35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Awwaannisni, awwaannisni xixinnoon lakkoofsa hin qabnes,
Akka isaan weeraran ajaje.+
35 Isaanis biqiltoota biyyattii keessatti argaman hundumaa,
Oomisha lafattiis nyaatanii fixan.
-