LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 10:13-15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Museenis yeruma sana ulee isaa biyya Gibxii irratti ni diriirse; achiis Yihowaan bubbeen bahaa guyyaa sanaa fi halkan sana guutuu biyyattii irratti akka bubbisu godhe. Yommuu bariʼus, bubbeen bahaa sun awwaannisa fide. 14 Awwaannisni sunis guutummaa biyya Gibxii irratti buʼe; guutummaa naannoo Gibxii irrattis ni qubate.+ Awwaannisni sun akka malee hamaa ture;+ sana dura awwaannisni hedduun hammana baayʼatu dhufee hin beeku; sana boodas awwaannisni hammana baayʼatu deebiʼee hin dhufu. 15 Isaanis guutummaa biyyattii ni uwwisan; biyyattiinis isaaniin kan kaʼe ni dukkanoofte; biqiltoota biyyattii hundumaa fi firiiwwan mukeetii hundumaa warra cabbii sana irraa hafan nyaatanii ni fixan; guutummaa biyya Gibxii keessatti mukeetii irrattis taʼe biqiltoota irratti baalli tokko illee hin hafne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi