-
Baʼuu 8:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Yeroo kanatti Faraʼoon, “Lafa onaa keessatti Waaqa keessan Yihowaadhaaf aarsaa akka dhiheessitaniif isin nan gadhiisa. Garuu fagaattanii deemuu hin qabdan. Anaafis kadhadhaa” jedhe.+
-
-
Baʼuu 9:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Kakawweenii fi cabbiin Waaqayyoo akka dhaabbatuuf Yihowaa kadhadhaa. Anis isin nan gadhiisa; isin sana booda as hin turtan.”
-