4 Ani Faraʼoon garaan isaa didaa akka taʼu nan heyyama;+ innis isaaniin ni ariʼa; anis Faraʼoonii fi guutummaa raayyaa waraanaa isaatti fayyadamee ofii kootiif ulfina nan argadha;+ warri Gibxiis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni beeku.”+ Kanaafuu, isaan akkanuma ni godhan.