Baʼuu 7:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Haa taʼu malee, luboonni Gibxii warri falfaltoota taʼanis ogummaa isaanii isa dhokataadhaan wantuma kana ni raawwatan;+ kanaafuu, Faraʼoon garaan isaa didaa taʼuu isaa itti fufe; akkuma Yihowaan jedhes inni isaan hin dhageenye.+
22 Haa taʼu malee, luboonni Gibxii warri falfaltoota taʼanis ogummaa isaanii isa dhokataadhaan wantuma kana ni raawwatan;+ kanaafuu, Faraʼoon garaan isaa didaa taʼuu isaa itti fufe; akkuma Yihowaan jedhes inni isaan hin dhageenye.+