LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 7:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Foon horii aarsaa gamtaa aarsaa galataa taʼee dhihaatu sun guyyaa inni isa dhiheessutti nyaatama. Inni hamma ganamaatti isa irraa homaa hambisuu hin qabu.+

  • Leewwota 22:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Yihowaadhaaf aarsaa galataa yoo dhiheessitan,+ karaa fudhatama isiniif argamsiisuun dhiheessaa. 30 Aarsaan sun guyyuma sanatti haa nyaatamu. Hamma ganamaatti isa irraa homaa hin hambisinaa.+ Ani Yihowaa dha.

  • Keessa Deebii 16:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Bukoon raacitii qabu naannoo kee hundumaatti guyyaa torbaaf argamuu hin qabu;+ aarsaa guyyaa jalqabaa galgala dhiheessitu irraas foon akkamii iyyuu buluu hin qabu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi