LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 33:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yeroo kanatti warri Gibxii angafoota warra Yihowaan isaan gidduudhaa rukute+ hundumaa awwaalaa turan; sababiin isaas, Yihowaan waaqolii isaanii adabee ture.+

  • Faarfannaa 78:51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Dhuma irrattis angafoota Gibxii hundumaa,

      Warra firii jalqaba jabina isaanii taʼan dunkaanota Kaam keessatti ni rukute.+

  • Faarfannaa 105:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Achiis angafoota biyya isaanii keessa jiran,

      Warra firii jalqaba jabina isaanii taʼan hundumaa ni rukute.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi